Sagantaa Torban Onkoloolessa 15 Jalqabu
TORBAN ONKOLOOLESSA 15 JALQABU
Faarfannaa 10fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w09 6/15 ful. 19-20 key. 14-20 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Dan. 10-12 (Daq. 10)
Lakk. 1: Dan. 11:15-27 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Kiristiyaanonni Ijaa Baafachuu Kan Hin Qabne Maaliifi?—Rom. 12:18-21 (Daq. 5)
Lakk. 3: Milikkinni Guyyoota Gara Dhumaa Kiristiyaanota Dhugaa Kan Tuqu Akkamitti?—rs ful. 238, key. 2-3 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Yommuu Namni Tokko ‘Fedhii Hin Qabu’ Jedhutti. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu fuula 16, keeyyata 1 hanga fuula 18, keeyyata 1rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Deebiiwwan achirratti ibsaman, akkasumas namoonni kennaniifi naannoo tajaajilaa keessaniif buʼa qabeessa taʼee argattan kan biraa tokko tokkorratti mariʼadhaa. Hojiin argisiisni yaadawwan kennamanirratti hundaaʼe lama akka dhihaatu godhi.
Daq. 20: “Misiraachicha Babalʼisuuf Tiraaktotatti Fayyadamaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yeroo keeyyata 5rratti mariʼattan, tiraaktota Sadaasatti raabsaman gabaabaatti erga irra deebitee booda hojiin argisiisni tokko akka dhihaatu godhi. Keeyyata 7rratti yeroo mariʼattanimmoo, karaa al idilee taʼeen tiraaktotatti fayyadamuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.
Faarfannaa 17fi Kadhannaa