Sagantaa Torban Onkoloolessa 29 Jalqabu
TORBAN ONKOLOOLESSA 29 JALQABU
Faarfannaa 13fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w09 10/15 ful. 4-5 key. 7-11 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Hos. 8-14 (Daq. 10)
□ Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 15: “Garee Tajaajila Dirree Keessanirraa Faayidaa Argachuu Kan Dandeessan Akkamitti?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Saanduqa fuula 6rra jiru yeroo mariʼattan, nama walgaʼiin tajaajila dirree manasaatti godhamuuf gaafannoo gabaabaa godhi. Torban torbaniin walgaʼii tajaajila dirree manasaatti godhamuuf manasaa kan qopheessu akkamitti? Mirga kana argachuusaa kan dinqisiifatu maaliifi?
Daq. 15: “Karaawwan Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Argachuu Itti Dandeenyu Shanan.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 6rratti erga mariʼattanii booda, babalʼistoota qayyabannaa Macaafa Qulqulluu guddina argisiisaa jiru geggeessan, gammachuu argatan ilaalchisee yaada akka kennan afeeri.
Faarfannaa 31fi Kadhannaa