LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/12 ful. 1
  • Sagantaa Torban Sadaasa 12 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Sadaasa 12 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN SADAASA 12 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 11/12 ful. 1

Sagantaa Torban Sadaasa 12 Jalqabu

TORBAN SADAASA 12 JALQABU

Faarfannaa 10⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w09 11/15 ful. 7-9 key. 1-8 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Amo. 1-9 (Daq. 10)

Lakk. 1: Amo. 3:1-15 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Jaalala Qabaachuufi Namaaf Yaaduu Keessan Argisiisaa—fy ful. 175-178, key. 6-14 (Daq. 5)

Lakk. 3: Yaada Faarfannaa 51:17⁠rra Jiru Hubachuun Keenya Kan Nu Fayyadu Akkamitti? (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 38

Daq. 10: Namni Haasofsiisnu, ‘Isin Yesusitti Hin Amantan’ Yeroo Jedhutti. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu fuula 220, keeyyata 1-3⁠rratti hundaaʼee maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Hojiin argisiisni gabaabaan tokko akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Maarqos 1:16-20 akka dubbifamu godhi. Seenaan kun tajaajila keenyarratti nu gargaaruu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe mariʼadhaa.

Daq. 10: “Wanta Hojjettanitti Gammadaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 44⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi