LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/12 ful. 3
  • Sagantaa Torban Sadaasa 26 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Sadaasa 26 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN SADAASA 26 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 11/12 ful. 3

Sagantaa Torban Sadaasa 26 Jalqabu

TORBAN SADAASA 26 JALQABU

Faarfannaa 31⁠fi Kadhannaa.

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w09 11/15 ful. 10-11 key. 18-24 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Mik. 1-7 (Daq. 10)

Lakk. 1: Mik. 3:1-12 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Jabina Argachuuf Yeroo Hundumaa Yihowaa Eeggadhaa—fy ful. 179-182, key. 15-21 (Daq. 5)

Lakk. 3: Yihowaan Kadhata Namaa Akka Dhagaʼu Akkamitti Beekna?—1 Yoh. 5:14 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 6

Daq. 5: Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuu. Akkaataa dhiheenyaa fuula 4⁠rratti baʼetti fayyadamuudhaan, hojiin argisiisa Sanbadduraa jiʼa Muddee isa jalqabaatti qayyabannaa jalqabsiisuun akkamitti akka dandaʼamu argisiisu akka dhihaatu godhi. Hundisaanii akka irratti hirmaatan jajjabeessi.

Daq. 10: Wanti Isaanirraa Hafe Qaawwa Dhaba Warra Kaanii Duucha. Haasaa jaarsi tokkoo Masaraa Eegumsaa Sadaasa 15, 2012, fuula 8-9⁠rratti hundaaʼee dhiheessu.

Daq. 15: “Of Hin Daangessinaa—Yommuu Hojiin Isinitti Baayʼatu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Babalʼisaa hojiin kan isatti baayʼatu taʼus, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu geggeessu tokkoof gaafannoo gabaabaa godhi.

Faarfannaa 25⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi