LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/12 ful. 2
  • Sagantaa Torban Muddee 17 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 17 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 17 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 12/12 ful. 2

Sagantaa Torban Muddee 17 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 17 JALQABU

Faarfannaa 17⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w08 4/15 ful. 5-7 key. 14-20 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Zak. 1-8 (Daq. 10)

Lakk. 1: Zak. 8:1-13 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Yihowaan Gooftaa Keenya Isa Hundumaa Gararraa Jiru Taʼuusaa Kan Argisiisnu Akkamitti?​—Far. 73:28 (Daq. 5)

Lakk. 3: Namni Tokko Yoo Akkas Jedhehoo: “Haalawwan Yeroo Harʼaa Jiran Haalawwan Kanaan Dura Turanirraa Adda Miti. Waraanni, Beelli, Sochiin Lafaafi Yakki Dhabamee Hin Beeku.”​—rs ful. 241, key. 2–ful. 242, key. 1 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 32

Daq. 5: “Yaadawwan Jiʼa . . . Barruulee Raabsuuf Gargaaran.” Mareedhaan kan dhihaatu.

Daq. 10: Ergaa Lallabuu Qabnu—“Waaqayyoon Sodaadhu, Abboomii Isaas Eegi!” Haasaa kitaaba Mana Barumsaa fuula 272 hanga mataduree xiqqaa fuula 275⁠rra jirurratti hundaaʼee miira hoʼaadhaan dhihaatu.

Daq. 15: Yaadawwan Tajaajila Mootummaarratti Baʼanitti Fayyadamuuf Yaalteettaa? Mareedhaan kan dhihaatu. Matadureewwan Tajaajila Mootummaa dhiheenyatti baʼan kana bifa haasaatiin gabaabsii irra deebiʼi: “Naannoo Daldalaatti Ija Jabinaan Dhugaa Baʼuu” (km 3/12), “Namoonni Waaqayyoon Akka Dhaggeeffatan Gargaaraa” (km 7/12), akkasumas “Tajaajila Gara Galgalaa Godhamurratti Hirmaachuu Ni Dandeessuu?” (km 10/12). Dhaggeeffattoonni yaadawwan mataduree kanarratti baʼan akkamitti hojiirra oolchuuf yaalii akka godhaniifi faayidaa akkamii akka argatan yaada akka kennan gaafadhu.

Faarfannaa 20

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi