Sagantaa Torban Amajjii 14 Jalqabu
TORBAN AMAJJII 14 JALQABU
Faarfannaa 52fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w10 11/15 ful. 30-31 key. 8-15 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Mat. 7-11 (Daq. 10)
Lakk. 1: Mat. 10:24-42 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Hubannaa Kan Qabdan Taʼaa; Wantoota Waaʼee Hin Baafne Hordofuurraa Fagaadhaa—1 Sam. 12:21; Fak. 23:4, 5 (Daq. 5)
Lakk. 3: Xalayaa Waaqa Nu Jaallaturraa Nuu Ergame—lr boq. 2 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Isaan Gargaaraa. Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 188, keeyyata 4 hanga fuula 189 keeyyata 4rratti hundaaʼee dhihaatu. Nama warri kaan karaa hafuuraa guddina akka argisiisu isa gargaaran tokkoof gaafannoo gabaabaa godhi.
Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Maatewos 4:1-11 akka dubbifamu godhi. Seenaan kun tajaajila keenyarratti nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe mariʼadhaa.
Daq. 10: “Hojii Lallabaa . . . Guutummaatti Raawwadhu!” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 47fi Kadhannaa