Sagantaa Torban Amajjii 21 Jalqabu
TORBAN AMAJJII 21 JALQABU
Faarfannaa 29fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
w10 11/15 ful. 31-32 key. 16-23 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Mat. 12-15 (Daq. 10)
Lakk. 1: Mat. 14:23–15:11 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Isa Waan Hundumaa Uume—lr boq. 3 (Daq. 5)
Lakk. 3: Nagaa Buusuu Ilaalchisee, Fakkeenya Yisihaqirraa Maal Baranna?—Uma. 26:19-22 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Faarfannaa 32fi Kadhannaa
Daq. 10: Utuu Gargar Hin Kutin Misiraachoo Lallabaa. (HoE. 5:42) Babalʼistoota hinaaffaadhaan tajaajiluusaaniitiin beekaman tokkoof ykn lamaaf gaafannoo godhi. Wanti tajaajilasaaniitiif dursa akka kennan isaan gargaare maalidha? Tajaajilaaf qophaaʼuuf maal godhu? Tajaajilli karaa hafuuraa akka jabaatan kan isaan gargaare akkamitti?
Daq. 10: Amalli Keenya Inni Gaariin Dhugaa Baʼuuf Gargaara. (1Phe. 2:12) Kitaaba Waggaa 2012, fuula 106, keeyyata 1; fuula 133, keeyyata 2; akkasumas fuula 146, keeyyata 3rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.
Daq. 10: “Naannoo Tajaajilaa Dhuunfaa Fudhattanii Hojjechuudhaan Faayidaa Argachuu Dandeessuu?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 44fi Kadhannaa