LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/13 ful. 1
  • Sagantaa Torban Bitootessa 11 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 11 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 11 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 3/13 ful. 1

Sagantaa Torban Bitootessa 11 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 11 JALQABU

Faarfannaa 38fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 3 key. 1-7 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Mar. 13-16 (Daq. 10)

Lakk. 1: Mar. 14:22-42 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Qorumsa Nurra Gaʼu Moʼuu Qabna​—lr boq. 9 (Daq. 5)

Lakk. 3: Yesus Hafuurota Hamoorratti Aangoo Qaba​—lr boq. 10 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 5

Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Maatewos 10:7-10⁠fi Luqaas 10:1-4 akka dubbifamu godhi. Seenaan kun tajaajila keenyarratti nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe irratti mariʼadhaa.

Daq. 10: Karaawwan Tajaajilakee Balʼifachuu Itti Dandeessu​—Kutaa 1. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuu, (Amaariffa) fuula 111, keeyyata 1 hanga fuula 112, keeyyata 2⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Babalʼisaa tajaajilasaa balʼifachuuf jecha naannoo kan biraa dhaqe ykn afaan kan biraa barate tokko ykn lamaaf gaafannoo godhi. Rakkoowwan akkamii moʼuun isaan barbaachiseera? Maatiinsaanii ykn miseensonni gumiisaanii kan isaan gargaaran akkamitti? Kana gochuusaaniitiin eebbai akkamii argataniiru?

Daq. 10: “Ayyaana Yaadannootiif Garaa Gammachuu Qabuun Qophaaʼaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Qophii gumichi Ayyaana Yaadannootiif godhe dubbadhu. Duula waraqaa afeerrii raabsuuf godhamaa jirurratti sochiin akkamii godhamaa akka jiru ibsi.

Faarfannaa 8⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi