LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/13 ful. 10
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2013
Tajaajila Mootummaa—2013
km 3/13 ful. 10

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Jiʼa Onkoloolessaatti babalʼistoonniifi qajeelchitoonni 30 ol taʼaniifi Finfinneetti argaman, akkasumas namoota afaan Chaayinaa dubbatan gargaaruu barbaadan yeroo jalqabaatiif afaan Chaayinaa barachuu jalqabaniiru. Barumsi kun, jiʼa sadiif kan kennamuufi kutaa qajeelfama tajaajila dirreerratti isaan gargaaru itti argatan kan dabalatu siʼa taʼu, barattoonni dandeettii nagaa gaafachuurraa jalqabee hanga akkaataa dhiheenyaa gabaabaatti fayyadamuufi yeroo booda qayyabannaa geggeessuuf isaan gargaaru akka argatan godha. Dhiheenyatti, yeroo jalqabaatiif obboleettiin lammii Chaayinaa taateefi biyya keenyatti dhugaa baratte tokko cuuphamteetti. Dhiironniifi dubartoonni Baha Fagoodhaa hojiidhaaf gara biyya keenyaa dhufan hedduun dhugaa Macaafa Qulqulluutiif fedhii argisiisaa jiru. Namoonni kun gargaarsa isaan barbaachisu ni argatu jennee abdanna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi