LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/13 ful. 1
  • Sagantaa Torban Ebla 8 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Ebla 8 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN EBLA 8 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 4/13 ful. 1

Sagantaa Torban Ebla 8 Jalqabu

TORBAN EBLA 8 JALQABU

Faarfannaa 42⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 4, key. 9-16 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Luq. 10-12 (Daq. 10)

Lakk. 1: Luq. 12:1-21 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Barumsa Nama Gaarii Taʼuu Ilaalchisee Kenname—lr boq. 15 (Daq. 5)

Lakk. 3: Yihowaa Akka Abbaa Keenyaatti Kan Ilaallu Maaliifi?—Mat. 6:9 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 23

Daq. 10: Madda Jajjabinaa Taʼuu Dandeessu. (Rom. 1:11, 12) Ilaaltuun olaanaa tajaajilaa mareedhaan kan dhiheessu. Lakkoofsa qajeelchitoota gumichaa ibsi. Karaawwan itti isaan jajjabeessuu dandeenyu tokko tokko caqasi; fakkeenyaaf, isaan galateeffachuudhaan, isaanii wajjin tajaajiluudhaan, baasii geejjibaa isaan gargaaruudhaan ykn nyaata isaan afeeruudhaan kana gochuu dandeenya. Qajeelchitoonni, warri kaan akkamitti akka isaan jajjabeessan akka dubbatan isaan afeeri. Gumii keessan keessa qajeelchitoonni yoo jiraachuu baatan, barumsicha qajeelchitoota gargaaraadhaaf akka taʼutti dhiheessi.

Daq. 10: Gaaffiiwwan Guyyoota Gara Dhumaa Ilaalchisee Kaʼan Deebisuu. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu, (Amaariffa) fuula 241, keeyyata 2, hanga fuula 243, keeyyata 1⁠rratti hundaaʼee mariidhaan kan dhihaatu. Yaanni achirratti kenname, hojiin argisiisa gabaabaadhaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: “Fakkeenya Raajotaa Fudhadhaa—Yoonaas.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 13fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi