LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/13 ful. 2
  • Sagantaa Torban Caamsaa 20 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Caamsaa 20 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 20 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 5/13 ful. 2

Sagantaa Torban Caamsaa 20 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 20 JALQABU

Faarfannaa 42⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 6 key. 9-15 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Yoh. 8-11 (Daq. 10)

Lakk. 1: Yoh. 8:12-30 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Barsiisota Sobaarraa Of Eeguuf Tarkaanfiiwwan Akkamii Fudhachuu Dandeenya?—Rom. 16:17; 2 Yoh. 9-11 (Daq. 5)

Lakk. 3: Yeroo Hunda Dursa Argachuu Barbaaddaa?—lr boq. 20 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 44

Daq. 10: Karaawwan Tajaajilakee Balʼifachuu Itti Dandeessu—Kutaa 3. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu jedhamu fuula 116, keeyyata 1-4⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.

Daq. 10: Hojii Nutti Kenname Akka Raawwannuuf, Yihowaan Nu Gargaara. (Bau. 4:10-12; Filp. 4:13) Kitaaba Waggaa 2013, fuula 101, keeyyata 3fi fuula 111, keeyyata 3, hanga fuula 112, keeyyata 2⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.

Daq. 10: “Xiyyeeffannaa Namoota Akkamii Hawwachuu Dandaʼu?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni, dhaabbilee daldalaa ykn dhaabbilee kan biraa naannoo tajaajilaasaanii keessatti argamaniifi matadureewwan barruulee keenyarratti baʼan xiyyeeffannaasaanii harkisuu dandaʼan warra kam akka taʼan akka dubbatan afeeri.

Faarfannaa 47⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi