LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/13 ful. 3
  • Torban Hagayya 26 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Hagayya 26 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN HAGAYYA 26 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 8/13 ful. 3

Torban Hagayya 26 Jalqabu

TORBAN HAGAYYA 26 JALQABU

Faarfannaa 18⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 11, key. 1-8fi ful. 128 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Rom. 13-16 (Daq. 10)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii (Daq. 20)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 11

Daq. 10: “Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuurratti Xiyyeeffadhaa.” Haasaadhaan kan dhihaatu. Ittaansuudhaan, Sanbadduraa jalqabaa ji’a Fulbaanaatti akkamitti qayyabannaa jalqabsiisuun akka danda’amu hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi. Hundisaanii hojii kanarratti akka hirmaatan jajjabeessi.

Daq. 10: Malawwan Misiraachicha Itti Lallabnu—Naannoo Tajaajilaa Gareefi Dhuunfaa. Kitaaba Saba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’e jedhamu fuula 102, keeyyata 3 hanga fuula 104, keeyyata 1⁠rratti hundaa’ee mariidhaan kan dhihaatu. Naannoo tajaajilaa gaafachuufi hojjechuu ilaalchisee qophii godhame akka dubbatu, obboleessa tajaajilaa naannoo ta’eef gaafannoo godhi.

Daq. 10: Nuyi Raajota Sobaa Kan Hin Taane Maaliifi? Kitaaba Ragaa Dhiheessuu, (Amaariffa) fuula 136, keeyyata 2 hanga dhuma fuula 137⁠rratti hundaa’e mariidhaan kan dhihaatu. Yaada fuula 137⁠rratti kenname keessaa tokko hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 43⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi