Torban Fulbaana 2 Jalqabu
TORBAN FULBAANA 2 JALQABU
Faarfannaa 47fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 11, key. 9-16 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Qor. 1-9 (Daq. 10)
Lakk. 1: 1 Qorontos 4:18–5:13 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Yesus Nu Eeguu Ni Danda’a—lr boq. 33 (Daq. 5)
Lakk. 3: Kiristiyaanonni Dhukkubsatanillee Gammachuusaanii Eeggachuu Kan Danda’an Akkamitti?—Filp. 4:6, 7 (Daq. 5)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 10: Yaadawwan Ji’a Guraandhalaatti Barruulee Raabsuuf Gargaaran. Mariidhaan kan dhihaatu. Matadureewwan naannoo tajaajilaa keessaniif ta’an tokko tokko sekoondii 30 hanga 60 gidduutti ibsi. Achiis, matadureewwan qola Masaraa Eegumsaa jalatti ba’anitti fayyadamuudhaan, dhaggeeffattoonni gaaffii fedhii namaa kakaasu akkamii gaafachuufi caqasa kam dubbisuu akka yaadan akka dubbatan afeeri. Matadureewwan qola Dammaqaa! jala jiranii wajjin haala wal qabateenis akkasuma erga gootee booda, yoo yeroon si ga’e barruulee lamaan keessaa isa tokkorraa mataduree kan biraa tokkorrattis ibsa kenni. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Fakkeenya Barnaabaas Hordofaa. Mariidhaan kan dhihaatu. Lallabdoota Wangeelaa waan taaneef, fakkeenya Barnaabaas hordofuun keenya akkamitti akka nu gargaaru yaada akka kennan dhaggeeffattoota afeeri.
Faarfannaa 32fi Kadhannaa