LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/13 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2013
Tajaajila Mootummaa—2013
km 9/13 ful. 4

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Fulbaanaafi Onkoloolessa: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Sadaasa: Tiraaktii Oduu Mootummichaa Lakk. 38. Muddee: Tiraaktotaafi kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu.

◼ Haasaan sabaa addaa tibba Ayyaana Yaadannoo bara 2014, torban Ebla 21 jalqabutti dhihaata. Matadureen haasaa kanaa yeroo booda kan beeksifamu ta’a. Gumiiwwan torban sana daawwataa olaanaa aanaatiin daawwataman ykn walga’ii addaa ykn walga’ii aanaa qaban, haasaa addaa kana torbee itti aanutti fudhatu. Gumiin kamiyyuu haasaa kana Ebla 21 dura dhiheessuu hin qabu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi