Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Onkoloolessa: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Sadaasa: Oduu Mootummichaa Lakk. 38. Muddee: Tiraaktotaafi kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu; Amajjii: Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu. (Birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhu namoota xinnoo xinnoo dubbisaniif ykn matummaa dubbisu hin dandeenye gargaaruuf itti fayyadamna.)