LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/13 ful. 4
  • Sagantaa Torban Sadaasa 4 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Sadaasa 4 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN SADAASA 4 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 10/13 ful. 4

Sagantaa Torban Sadaasa 4 Jalqabu

TORBAN SADAASA 4 JALQABU

Faarfannaa 43fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 14 key. 10-15 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Tit. 1–Film 1-25. (Daq. 10)

Lakk. 1: Tit. 2:1-15 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Ijoollee Waaqayyoon Gammachiisan—lr boq. 41 (Daq. 5)

Lakk. 3: ‘Mammaaksa Amantiitiif’ Xiyyeeffannaa Kennuu Kan Hin Qabne Maaliifi?—1 Xim. 1:3, 4; 2 Xim. 4:3, 4 (Daq. 5)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 1

Daq. 10: Yaadawwan Ji’a Sadaasaatti Barruulee Raabsuuf Gargaaran. Gaaffiiwwan armaan gadiirratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu: Tiraaktii Oduu Mootummichaa Lakk. 38 utuma raabsinuu haallisaa mijaa’aa taanaan, Sanbadduraafi Dilbata barruulee raabsuu kan qabnu maaliifi? Carraawwan kana gochuuf nu gargaaran kamfa’i? Tiraaktii Oduu Mootummichaa jedhurraa gara barruuleetti ce’uuf maal jechuu dandeenya? Barruuleen lamaanuu tiraaktii Oduu Mootummichaa Lakk. 38 wajjin akkamitti raabsuun akka danda’amu hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Dubbiin Waaqayyoo Humna Hojjetu Of Keessaa Qaba. (Ibr. 4:12) Kitaaba Waggaa 2013, fuula 57, keeyyata 1 hanga fuula 59, keeyyata 3⁠rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.

Faarfannaa 37fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi