LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/13 ful. 4
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2013
km 10/13 ful. 4

Akkaataa Dhiheenyaa

Oduu Mootummichaa Lakk. 38

“Duula ergaa barbaachisaa ta’e kana dabarsuuf addunyaa maratti godhamurratti hirmaachaan jira. Kun ga’eekeeti.”

Hubachiisa: Naannoo tajaajilaakee waliin ga’uuf akkaataa dhiheenyaakee gabaabsi. Haata’u malee, tarii namni haasofsiistu sun fedhii kan qabuufi mari’achuu kan barbaadu ta’uu danda’a. Yoo akkas ta’e gaaffii fuula jalqabaarra jirurratti yaada inni qabu gaafachuudhaan, deebii Macaafa Qulqulluu isa keessa tiraaktichaa keessatti kenname erga itti argisiistee booda, yeroo qabda taanaan qabiyyee tiraaktichaa waliin ilaaluu dandeessu. Maree xumuruukee dura duuba tiraaktichaarraa “Wantoota Kanarratti Yaadi” isa jedhu jala gaaffii jiru itti argisiisiitii irratti mari’achuuf beellama qabadhu.

Masaraa Eegumsaa Adoolessa-Fulbaana

“Namoonni caqasa Macaafa Qulqulluu tokkorratti yaada maalii akka qaban isaan gaafachaa jirra. [1 Yohannis 4:8 dubbisi.] Namoonni hedduun yaada asirra jirurratti walii galu; kaan garuu Waaqayyo balaawwan uumamaa ykn balaawwan kaan akka jiraatan heyyamuusaatiin inni gara jabeessa akka ta’e godhanii yaadu. Atoo maal sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun sababii Waaqayyo gara jabeessa jennee akka hin yaanne nu godhu qabateera.”

Dammaqaa! Adoolessa-Fulbaana

“Rakkina namoota hedduu dhiphisaa jiru jechuunis waa’ee yakkaa mari’achaa jirra. Namoonni tokko tokko yakka to’achuuf wanti gargaaru inni guddaan lakkoofsa poolisootaa dabaluu akka ta’e godhanii yaadu. Atoo maal sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun yeroon yakki itti badu akka dhufu kan dubbatu ta’uusaa beektaa? [Faarfannaa 37:10, 11 dubbisi.] Barruun kun waa’ee dhimma kanaa ibsa; tarkaanfii yakkarraa of eeguuf fudhachuu qabnus ni ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi