LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/14 ful. 4
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2013
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2014
km 10/14 ful. 4

Akkaataa Dhiheenyaa

Jiʼa Jiʼaan, Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuuf Gargaaru

“Namootaa wajjin gaaffii xiyyeeffannaa harkisu tokkorratti mariʼachaa jirra. [Gaaffii jalqabaa fuula dhumaa Masaraa Eegumsaa Adoolessa-Fulbaana irratti argamu itti argisiisi.] gaaffii kanaaf deebii akkamii kennita?” Hanga deebii kennutti eegi. Yaada gaaffii jalqabaa jala jirurratti erga mariʼattanii booda, yoo xinnaate caqasa tokko dubbisiif. Barruu sana kenniifiitii gaaffii ittaanurratti mariʼachuuf beellama qabadhu.

Masaraa Eegumsaa Adoolessa-Fulbaana 1

“Namoonni hedduun waaʼeen yeroo gara fuulduraa isaan yaaddessa. Atoo waaʼee yeroo gara fuulduraa yommuu yaaddu maaltu sitti dhagaʼama? Haalli gaariin akka dhufu yaaddamoo haallisaa si sodaachisa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis caqasoota saanduqa, “Gara Fuulduraa Ilaalchisee Wanta Waaqayyo Dubbate” jedhu jala jiran keessa tokko dubbisiif.] Barruun kun wantoota Waaqayyo gara fuulduraatti akka raawwataman dubbate tokko tokko maalfaa akka taʼan, akkasumas wantoonni kun akka raawwataman amanannaa qabaachuu kan dandeenyu maaliif akka taʼe ni ibsa.”

Dammaqaa! Adoolessa-Fulbaana

“Manakee kan dhufne yaada rakkina baramaa taʼe tokkoof furmaata taʼu sitti himuufi. Namoonni tokko tokko, rakkina jireenya keessatti isaan mudatu moʼuu akka hin dandeenye waan isaanitti dhagaʼamuuf of ajjeesu. Maal sitti fakkaata? Namni tokko kan of ajjeesu dhuguma duʼuu barbaadeetimoo, dhiphina isatti dhagaʼamurraa boqonnaa argachuufi? [Hanga deebii kennutti eegi.] Caqasa Macaafa Qulqulluu namoonni hedduun ilaalcha gaarii akka qabaatan gargaare tokkon siif dubbisa. [Mulʼata 21:​3, 4 dubbisiif.] Barruun kun, namni tokko rakkinni yoo isa mudatellee sababiiwwan itti of ajjeesuu hin qabne sadii ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi