Sagantaa Torban Sadaasa 18 Jalqabu
TORBAN SADAASA 18 JALQABU
Faarfannaa 20fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 15 key. 1-7 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Ibr. 9-13 (Daq. 10)
Lakk. 1: Ibr. 10:19-39 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Obboloonni Keenya Eenyufa’i?—lr boq. 43 (Daq. 5)
No. 3: Karaawwan Namoota Kaan Itti Jajjabeessuu Dandeenyu—Rom. 15:4; 2 Qor. 1:3, 4 (Daq. 5)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 10: Saanduqa Gaaffii. Mariidhaan kan dhihaatu. Sana booda, duula Oduu Mootummichaa Lakk. 38 ilaalchisee qophii gumichi gochaa jiru beeksisi.
Daq. 10: “Sababiin Ani Itti Dhufe . . .” Mariidhaan kan dhihaatu. Sana booda, barreeffama ji’a Muddeetti raabsamu ibsiitii, yaada barumsicha keessa jirutti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.
Daq. 10: Yihowaan Kadhannaa Tajaajiltootasaa Ni Dhaga’a. (1 Yoh. 3:22) Kitaaba Waggaa 2013, fuula 91, keeyyata 2-3; akkasumas fuula 108-109rratti hundaa’ee mariidhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.
Faarfannaa 6fi Kadhannaa