LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/13 ful. 2
  • “Sababiin Ani Itti Dhufe . . . ”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Sababiin Ani Itti Dhufe . . . ”
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Seensa Qopheessuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu Raabsuu
    Tajaajila Mootummaa—2015
Tajaajila Mootummaa—2013
km 11/13 ful. 2

“Sababiin Ani Itti Dhufe . . . ”

Namoonni nuti haasofsiisnu balbala erga nuu bananii booda achi dhaabannee yommuu nu argan, eenyu akka taaneefi maaliif akka dhaqne yaaduunsaanii hin oolu. Akka isaan tasgabbaa’aniif seensa keenyarratti maal jechuu dandeenyaree? Babal’istoonni tokko tokko nagaa erga gaafatanii booda maaliif akka dhaqan ibsuuf, jecha “sababii” jedhutti fayyadamu. Fakkeenyaaf akkas jedhu ta’a: “Sababiin ani itti dhufe olloonni keenya baay’eensaanii waa’een yakkaa waan isaan yaaddessuufidha. “Waa’ee . . . yaaddee beektaa?” Ykn “Sababni ani itti as dhufe, Macaafa Qulqulluu tola barsiisuufidha.” Namni ati haasofsiistu jalqabarratti maaliif manasaa akka dhaqxe yoo hubate, maal jechuu akka barbaadde baruuf caalaatti fedhii qabaachuu danda’a.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi