Sagantaa Torban Muddee 16 Jalqabu
TORBAN MUDDEE 16 JALQABU
Faarfannaa 43fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 16 key. 8-15 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Mul. 1-6 (Daq. 10)
Lakk. 1: Mul. 3:14–4:8 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Armaagedoon Dhihaachuusaa Akkamitti Beekna?—lr boq. 47 (Daq. 5)
Lakk. 3: Yesus Bartootasaatiif ‘Fakkeenya Kan Taʼe’ Karaawwan Kamiini?—Yoh. 13:15 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Maal Raawwanneerra? Ilaaltuun olaanaa tajaajilaa mareedhaan kan dhiheessu. Yeroo duula tiraaktiin Oduu Mootummichaa Lakk. 38 raabsametti naannoon tajaajilaa meeqa akka hojjetame dubbadhu. Dhaggeeffattoonni duula kanarratti hirmaachuusaaniitiin faayidaa maalii akka argatan, akkasumas muuxannoo gama kanaan argataniifi gaarii taʼe akka dubbatan afeeri.
Daq. 10: Dargaggoonni Yihowaa Haa Jajatan. (Far. 148:12, 13) Dargaggoota fakkeenya taʼan lamaaf ykn sadiif gaafannoo godhi. Mana barumsaatti amantiinsaanii kan qorame akkamitti? Warrisaanii ykn namoonni kaan qorumsa sana akka moʼan kan isaan gargaaran akkamitti? Waaʼee amantiisaanii akka dubbataniif ija jabina kan isaaniif kenne maalidha? Muuxannoosaanii akka dubbatan afeeri.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Faarfannaa 28fi Kadhannaa