LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/13 ful. 2
  • Sagantaa Torban Muddee 23 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 23 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 23 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 12/13 ful. 2

Sagantaa Torban Muddee 23 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 23 JALQABU

Faarfannaa 13⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 16 key. 16-22 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Mul. 7-14 (Daq. 10)

Lakk. 1: Mul. 9:1-21 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Karaawwan Kiristiyaanonni Dhugaa, Keessummoota Garaadhaa Akka Simatan Itti Argisiisuu Dandaʼan​—⁠Ibr. 13:2 (Daq. 5)

Lakk. 3: Addunyaa Haaraa Nagaa Qabu Keessa Jiraachuu Dandeessa​—⁠lr boq. 48 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 50

Daq. 10: Barreeffama Jiʼa Amajjiifi Guraandhalaatti Raabsamu. Mareedhaan kan dhihaatu. Qabiyyee barreeffama raabsamuu ibsi; achiis akkaataan dhiheenyaa lama hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 20: “Namoota Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu Qayyabachuuf Fedhii Hin Qabne Gargaaruu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yaadawwan fuula 6⁠rra jiran keessaa tokko hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 46fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi