LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/13 ful. 7
  • Sagantaa Torban Muddee 30 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 30 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 30 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 12/13 ful. 7

Sagantaa Torban Muddee 30 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 30 JALQABU

Faarfannaa 43fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 17 key. 1-8fi ful. 168 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Mul. 15-22 (Daq. 10)

□ Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 43

Daq. 10: “‘Amantii Keessa Jabaatanii Akka Dhaabatan’ Isaan Gargaaraa.” Haasaadhaan kan dhihaatu. Achiis barruuleetti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni gabaabaan jiʼa Amajjii Sanbadduraa isa jalqabaatti akkamitti qayyabannaa jalqabsiisuun akka dandaʼamu argisiisu akka dhihaatu godhi. Hundumtuu hirmaannaa gaarii akka godhan jajjabeessi.

Daq. 10: Ijoolleen Keessan Babalʼistoota Akka Taʼan Gargaaraa. Haasaa kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuu (Amaariffa) jedhamu fuula 82, keeyyata 1fi 2⁠rratti hundaaʼee dhihaatu. Warra mucaa babalʼisaa hin cuuphamin taʼe qabaniifi fakkeenya taʼaniif gaafannoo godhi. Mucaansaanii babalʼisaa hin cuuphamne taʼuuf gaʼumsa akka qabaatu gargaaruu kan dandaʼan akkamitti?

Daq. 10: Matumaa Qofaa Keenya Miti. (2 Mot. 6:16) Kitaaba Waggaa 2013 (Ingiliffa) fuula 48, keeyyata 1-3⁠rratti hundaaʼee mariidhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.

Faarfannaa 20⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi