LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/13 ful. 7
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2013
Tajaajila Mootummaa—2013
km 12/13 ful. 7

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Gaaffileen kanaa gadi jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii torban Muddee 30, 2013 jalqabutti kan irratti mariʼatamudha. Mana barumsaa kanaaf torban torbaniin qophaaʼuuf akka gargaarutti, guyyaan barumsichi itti fudhatamu caqasameera.

1. Bulchitoota mootummaa wajjin hariiroo qabnuun gaarummaa argisiisuuf maaltu nu gargaaruu dandaʼa? (Tit. 3:⁠2) [Sad. 4, w03-AM 4/1 ful. 25 key. 18-19]

2. Wanta Phaawulos Filemonitti dubbateefi Filemon 4, 5⁠fi 7⁠rratti argamurraa maal baranna? [Sad. 4, w08 10/15 ful. 31 key. 2, 3; w92-E 4/15 ful. 25 key. 2]

3. Gara boqonnaa Waaqayyootti galuu kan dandeenyu akkamitti? (Ibr. 4:9-11) [Sad. 11, w11 7/15 ful. 28 key. 16, 17]

4. Saamuʼel, abboota firdiifi raajota amanamoon kaan “waan qajeelaa hojii irra oolchan” irraa barumsa akkamii arganna? (Ibr. 11:32, 33) [Sad. 18, w11-AM 1/1 ful. 25 key. 5, 6]

5. Yaaqoob “Ogummaan waaqa irraa . . . hundumaa dura qullaaʼaa dha, akkasumas naga-qabeessa” jedhee yeroo barreessu maal jechuusaati? (Yaq. 3:17) [Sad. 25, w11 8/15 ful. 30-31 key. 15]

6. ‘Warri duʼaniifi wangeelli lallabameef’ eenyufaʼi? (1Phe. 4:6) [Mud. 2, w08 11/15 ful. 21 key. 6]

7. Akkuma Yohannis Isa Duraa 2:7, 8⁠rratti ibsame abboommiin isa “moofaa” fi isa “haaraa” jedhame isa kamidha? [Mud. 9, w08 12/15 ful. 27 key. 6]

8. Maqaan ulfinaa ‘Alfaafi Omeegaa,’ akkasumas ‘Isa duraafi Isa booddee’ jedhu eenyuun argisiisa? (Mul. 1:8, 17) [Mud. 16, w09 1/15 ful. 30 key. 6]

9. Kiristiyaanonni dibamoon ‘mallattoon kan isaanitti godhame’ karaawwan kam lamaaniinidha? (Mul. 7:3) [Mud. 23, w07-AM 1/1 ful. 31 key. 2]

10. Eebbawwan bulchiinsa Mootummaa Waaqayyoo jalatti akka raawwataman raajiidhaan dubbataman raawwiisaanii akka argatan mirkanaaʼoo taʼuu kan dandeenyu akkamitti? Kana beekuun keenyahoo nurratti jijjiirama akkamii fiduu qaba? (Mul. 21:5, 6) [Mud. 30, re-AM ful. 303-304 key. 9]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi