LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/14 ful. 4
  • Sagantaa Torban Guraandhala 3 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Guraandhala 3 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN GURAANDHALA 3 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 1/14 ful. 4

Sagantaa Torban Guraandhala 3 Jalqabu

TORBAN GURAANDHALA 3 JALQABU

Faarfannaa 22⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 18 key. 16-24 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Uma. 21-24 (Daq. 10)

Lakk. 1: Uma. 23:1-20 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: td 3A Cuuphaan Ulaagaa Kiristiyaanni Tokko Guutuu Qabudha (Daq. 5)

Lakk. 3: Macaafni Qulqulluun, Kitaaba Barumsa Gaariifi Raajii Qabatedha—bh boq. 2 key. 10-20 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 54

Daq. 10: Jiʼa Guraandhalaatti Barruulee Raabsuu. Mareedhaan kan dhihaatu. Akkaataa dhiheenyaa fuula 4⁠rra jirutti fayyadamuudhaan akkamitti barruulee raabsuun akka dandaʼamu hojiin argisiisi akka dhihaatu gochuudhaan jalqabi. Achiis akkaataa dhiheenyaarraa takkaatti hima tokko ykn lama dubbisuudhaan guutummaatti irra deebiʼi; dhaggeeffattoonnis kana gochuun faayidaa maalii akka qabu akka dubbatan afeeri. Babalʼistoonni akkaataa dhiheenyaa kenname karaa salphaa taʼeen jecha mataasaaniitiin itti fayyadamuu ykn kan biraas qophaaʼuu akka dandaʼan isaan yaadachiisi. Hundumtuu barruulee kana guutummaatti akka dubbisaniifi hinaaffaadhaan raabsuusaanii akka itti fufan jajjabeessi.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa. Muuxannoowwan w13 10/15 fuula 3-6⁠rra mataduree “Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru” jedhurraa filataman dhiheessi. Barumsa muuxannoowwan kanarraa argamu addeessi.

Daq. 10: Ija Hojiisaaniitiin Isaan In Beektu. (Mat. 7:16) Kitaaba Waggaa 2013 (Ingiliffa) fuula 47, keeyyata 1-2; fuula 52, keeyyata 1 hanga fuula 53 keeyyata 1⁠rratti hundaaʼee mariidhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.

Faarfannaa 25⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi