Sagantaa Torban Guraandhala 10 Jalqabu
TORBAN GURAANDHALA 10 JALQABU
Faarfannaa 22fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 19, key. 1-8 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Uma. 25-28 (Daq. 10)
Lakk. 1: Uma. 25:19-34 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: td 3B Cuuphaan Cubbuu Dhiqee Namarraa Hin Baasu (Daq. 5)
Lakk. 3: Hammeenyi Eessaa Dhufe?—bh boq. 3 key. 1-10 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 15: Barumsa Maalii Arganna? Mareedha an kan dhihaatu. Yohannis 4:6-26 akka dubbifamu godhi. Seenaan kun tajaajila keenyarratti akkamitti akka nu gargaaru mari’adhaa.
Daq. 15: “Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Namoota Fedhii Argisiisan Galmeeffachuu.” Mareedhaan kan dhihaatu. Yaadawwan mataduree xiqqaa, “Kana Gochuu Kan Dandeenyu Akkamitti?” jedhu jalatti argaman hundarratti yommuu mariʼattan, yaanni achirratti kenname faayidaa kan qabu maaliif akka taʼe yaada akka kennan afeeri.
Faarfannaa 44fi Kadhannaa