LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/14 ful. 3
  • Sagantaa Torban Bitootessa 24 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 24 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 24 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 3/14 ful. 3

Sagantaa Torban Bitootessa 24 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 24 JALQABU

Faarfannaa 9⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 21, key. 1-8 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Uma. 47-50 (Daq. 10)

Lakk. 1: Uma. 48:17–49:7 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 5B Haala Akkamii Keessattiyyuu Lubbuun Oolfamuu Hin Qabuu? (Daq. 5)

Lakk. 3: Furiin Maalidha?—bh boq. 5 key. 1-8 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 45

Daq 10: Fakkeenya Nahimiyaa Hordofaa. Mareedhaan kan dhihaatu. Fakkeenyi Nahimiyaa tajaajila keenyarratti akkamitti nu gargaaruu akka dandaʼu dhaggeeffattoota gaafadhu.

Daq. 10: Karaa Buʼa Qabeessa Taʼeen Barsiisuuf Gaaffiiwwanitti Fayyadamaa—Kutaa 1. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 236 hanga fuula 237, key. 2⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Qabxiilee kitaabicharra jiran keessaa yoo xinnaate tokko hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Gurri Yihowaa Kadhata Warra Qajeelotaa In Dhaga’a. (1 Phe. 3:12) Maree Kitaaba Waggaa 2013 (Ingiliffa), fuula 66, key. 1-3; fi fuula 104-105⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.

Faarfannaa 6⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi