Sagantaa Torban Bitootessa 31 Jalqabu
TORBAN BITOOTESSA 31 JALQABU
Faarfannaa 15fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 21, key. 9-15 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Bau. 1-6 (Daq. 10)
Lakk. 1: Bau. 2:1-14 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: td 6A Barri Warra Saba Waaqayyoo Hin Ta’inii Yoom Xumurame? (Daq. 5)
Lakk. 3: Furiin Faayidaa Maalii Siif Argamsiisa?—bh boq. 5 key. 9-17 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: “Barruulee Turanitti Sirriitti Fayyadamaa.” Mareedhaan kan dhihaatu. Barreeffamoota turaniifi kutaa barreeffamaa keessa jiran babalʼistoonni tajaajilaaf fudhachuudhaan itti fayyadamuu akka dandaʼan itti himi. Dhaggeeffattoonni muuxannoo barreeffamoota turan raabsuudhaan argatan akka dubbatan afeeri. Kutaa kee xumuruukee dura, ilaaltuun olaanaa tajaajilaa gumichi waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo akkamitti akka raabse akka dubbatu afeeri.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Maatewos 28:20fi 2 Ximotewos 4:17 akka dubbifamu godhi. Caqasni kun tajaajila keenyarratti nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe mariʼadhaa.
Faarfannaa 24fi Kadhannaa