Sagantaa Torban Ebla 14 Jalqabu
TORBAN EBLA 14 JALQABU
Faarfannaa 37fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 22 key. 1-8 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Baʼuu 11-14 (Daq. 10)
Lakk. 1: Baʼuu 12:37-51 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: td 7B “Kattaan Guddichi” Phexrosidhaa? (Daq. 5)
Lakk. 3: Yeroo Duunu Maal Taana?—bh boq. 6, key 1-8 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 15: Kitaaba Waggaa 2014tti Akka Gaariitti Itti Fayyadamaa. Mareedhaan kan dhihaatu. “Xalayaa Qaama Olaanaarraa Ergame” irra deebiʼi. Obboloonni muuxannoo nama jajjabeessuufi Kitaaba Waggaa kanarraa argatan akka dubbatan dursii qopheessi. Dhaggeeffattoonni gabaasa addunyaa maraa keessaa wanta isaan dinqisiise akka dubbatan afeeri. Hundisaanii Kitaaba Waggaa kana dubbisanii akka xumuran jajjabeessuudhaan kutaakee xumuri.
Daq. 15: “Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Hiriyaa Tajaajilaa Gaarii Taʼuu.” Mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni gabaabaan nama hiriyaa tajaajilaa gaarii hin taane argisiisu lama akka dhihaatu godhi. Inni tokko erga dhihaatee booda, dhaggeeffattoonni karaa fooyyaʼaa hiriyaan tajaajilaa kun gargaartuu gaarii taʼuu itti dandaʼu akka dubbatan afeeri.
Faarfannaa 45fi Kadhannaa