Sagantaa Torban Ebla 21 Jalqabu
TORBAN EBLA 21 JALQABU
Faarfannaa 46fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 22 key. 9-15 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Baʼuu 15-18 (Daq. 10)
Lakk. 1: Baʼuu 15:20–16:5 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: td 8A Saayinsii Dhugaan, Yaada Uumamuudhaan Argamne Jedhu Wajjin Walsima (Daq. 5)
Lakk. 3: Namoonni Kan Duʼan Maaliifi?—bh boq. 6 key. 9-14 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: “Walitti Isaan Qabi!” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Daq. 10: “Akki Isin Warra Saba Waaqayyoo Hin Taʼin Keessa Itti Jiraattan Gaarii Haa Taʼu!” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Daq. 10: Namoonni Fedhii Qaban Sodaa Namootaa Akka Moʼan Gargaaraa. Ilaaltuun olaanaa tajaajilaa, Tajaajila Mootummaa Mudde 2006, fuula 3fi 4rratti hundaaʼee haasaadhaan kan dhiheessu.
Faarfannaa 43fi Kadhannaa