Sagantaa Torban Caamsaa 5 Jalqabu
TORBAN CAAMSAA 5 JALQABU
Faarfannaa 33fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl Boq. 23 key. 1-9fi fuula 275 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Baʼuu 23-26 (Daq. 10)
Lakk. 1: Baʼuu 25:1-22 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: td 8B Guyyoonni Uumamaa Guyyoota Saʼaatii 24 Qabanidhaa? (Daq. 5)
Lakk. 3: Waaʼee Duʼaa Beekumsa Sirrii Argachuun Barbaachisaadha —bh boq. 6 key. 15-20 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Jiʼa Caamsaatti Barruulee Raabsuuf Qophaaʼuu. Mareedhaan kan dhihaatu. Akkaataa dhiheenyaa fuula kanarratti argamutti fayyadamuudhaan, hojiin argisiisni barruulee kana raabsuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe argisiisu akka dhihaatu gochuudhaan jalqabi. Achiis Akkaataa dhiheenyaa sana jalqabaa hamma xumuraatti irra deebiʼii ibsi. Hundisaanii barruulee kana sirriitti erga dubbisanii booda, tajaajilarratti hinaaffaadhaan akka raabsan jajjabeessuudhaan kutaakee xumuri.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Maal Raawwanne? Mareedhaan kan dhihaatu. Babalʼistoonni Mataduree “Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Hiriyaa Tajaajilaa Gaarii Taʼuu” jedhurraa faayidaa akkamii akka argataniifi muuxannoo argatan akka dubbatan afeeri.
Faarfannaa 45fi Kadhannaa