Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii
Gaaffileen kanaa gadi jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii torban Hagayya 25, 2014 jalqabutti kan irratti mariʼatamanidha.
Namoonni cubbamoota taʼan qulqulluu taʼuu dandaʼuu? (Lew.19:2) [Ado. 7, cl ful. 33 key. 9fi ful. 40]
Yaanni Lewwoota 19:18rra jiru Yihudoonni namoota sabasaanii hin taane akka jibban kan jajjabeessu turee? [Ado. 7, w11 4/15 ful. 22 key. 15, miiljalee]
Seerri buʼuuraa, seera bara duriitti qarmii ilaalchisee kenname duuba jiru yeroo harʼaatti maal nu barsiisa? (Lew. 19:9, 10) [Ado. 7, w06 7/1 ful. 7 key. 13]
Yihowaan Israaʼelootaaf ajaja Lewwoota 25:23rra jiru kan kenne maaliifi? [Ado. 21, w11 11/15 ful. 17 key. 4]
Yaanni Lewwoota 27:32rratti ‘guutummaa horii ulee tiksituu jala jiru’ jedhu, jaarsolii yeroo harʼaa jiraniif barumsa akkamii kenna? [Ado. 21, w08 11/15 ful. 9 key. 7]
Gosti Israaʼel 13 taʼee utuu jiruu, ragaawwan hedduun waaʼee gosa 12 kan dubbatan maaliifi? (Lak. 1:49, 50) [Ado. 28, w08 8/15 ful. 29]
Kiristiyaanni tokko kakachuunsaa yeroo hundumaa dogoggoradhaa? (Lak. 5:21, 22) [Hag. 4, w12 10/15 ful. 27 key. 2]
Yaadni Lakkoobsa 9:11,12rra jiru, wanta Yesusirratti raawwatamee wajjin walitti dhufeenya maalii qaba? [Hag. 11, w13 12/15 ful. 21 key. 19]
Akkuma Iyaasuufi Kaaleb dhiibbaa tuuta duukaa akka buunuuf nurratti godhamu moʼuuf maaltu nu gargaara? (Lak. 13:25-33) [Hag. 18, w11 7/15 ful. 10-11 key. 4-7]
Seerri Lakkoobsa 15:39rratti ibsame barbaachisaa kan taʼe maaliifi? [Hag. 25, w11 7/15 ful. 12-13 key. 10-12]