Sagantaa Torban Hagayya 25 Jalqabu
TORBAN HAGAYYA 25 JALQABU
Faarfannaa 2fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 28, key. 7-15 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Lak. 14-16 (Daq. 10)
Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Muuxannoowwan Naannoo Tajaajilaa Gumichaatii Argaman. Muuxannoon babalʼisaan tokko waaʼee Mootummichaa ija jabinaan yeroo dubbatu argisiisu tokko ykn lama hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhu. Ibroota 6:11, 12rratti gabaabumatti mariʼachuudhaan, Mootummicha beeksisuurratti dhimmuun barbaachisaa taʼuusaa addeessi.
Daq. 10: Waaʼee Mootummichaa Ibsuu—Kutaa 1. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 280, keeyyata 1-4rratti hundaaʼee haasaa jaarsaan dhihaatu.
Daq. 15: Waaʼee Mootummichaa Ibsuu—Kutaa 2. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 280, keeyyata 5 hanga fuula 281, keeyyata 1rratti hundaaʼee mariidhaan kan dhihaatu. Babalʼisaan tokko Mootummichi bulchiinsa dhugaa taʼuusaa isaaf mirkaneessuuf nama tokkoo wajjin yeroo mariʼatu hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.
Faarfannaa 10fi Kadhannaa