LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/14 ful. 3
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2014
Tajaajila Mootummaa—2014
km 8/14 ful. 3

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Gaaffileen kanaa gadi jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii torban Hagayya 25, 2014 jalqabutti kan irratti mariʼatamanidha.

  1. Namoonni cubbamoota taʼan qulqulluu taʼuu dandaʼuu? (Lew.19:2) [Ado. 7, cl ful. 33 key. 9fi ful. 40]

  2. Yaanni Lewwoota 19:18⁠rra jiru Yihudoonni namoota sabasaanii hin taane akka jibban kan jajjabeessu turee? [Ado. 7, w11 4/15 ful. 22 key. 15, miiljalee]

  3. Seerri buʼuuraa, seera bara duriitti qarmii ilaalchisee kenname duuba jiru yeroo harʼaatti maal nu barsiisa? (Lew. 19:9, 10) [Ado. 7, w06 7/1 ful. 7 key. 13]

  4. Yihowaan Israaʼelootaaf ajaja Lewwoota 25:23⁠rra jiru kan kenne maaliifi? [Ado. 21, w11 11/15 ful. 17 key. 4]

  5. Yaanni Lewwoota 27:32⁠rratti ‘guutummaa horii ulee tiksituu jala jiru’ jedhu, jaarsolii yeroo harʼaa jiraniif barumsa akkamii kenna? [Ado. 21, w08 11/15 ful. 9 key. 7]

  6. Gosti Israaʼel 13 taʼee utuu jiruu, ragaawwan hedduun waaʼee gosa 12 kan dubbatan maaliifi? (Lak. 1:49, 50) [Ado. 28, w08 8/15 ful. 29]

  7. Kiristiyaanni tokko kakachuunsaa yeroo hundumaa dogoggoradhaa? (Lak. 5:21, 22) [Hag. 4, w12 10/15 ful. 27 key. 2]

  8. Yaadni Lakkoobsa 9:11,12⁠rra jiru, wanta Yesusirratti raawwatamee wajjin walitti dhufeenya maalii qaba? [Hag. 11, w13 12/15 ful. 21 key. 19]

  9. Akkuma Iyaasuufi Kaaleb dhiibbaa tuuta duukaa akka buunuuf nurratti godhamu moʼuuf maaltu nu gargaara? (Lak. 13:25-33) [Hag. 18, w11 7/15 ful. 10-11 key. 4-7]

  10. Seerri Lakkoobsa 15:39⁠rratti ibsame barbaachisaa kan taʼe maaliifi? [Hag. 25, w11 7/15 ful. 12-13 key. 10-12]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi