LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/14 ful. 4
  • Sagantaa Torban Fulbaana 1 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Fulbaana 1 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN FULBAANA 1 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 8/14 ful. 4

Sagantaa Torban Fulbaana 1 Jalqabu

TORBAN FULBAANA 1 JALQABU

Faarfannaa 46⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 28, key. 16-21 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lak. 17-21 (Daq. 10)

Lakk. 1: Lak. 17:1-13 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 14D Afaan Hin Beekamneen Dubbachuun Deggersa Waaqayyoo Qabaachuu Mirkaneessaa?(Daq. 5)

Lakk. 3: Gaaffiin Seexanni Kaase Siin Kan Ilaalu Akkamitti?—bh boq. 12, key. 10-16 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 44

Daq. 10: Jiʼa Fulbaanaatti Barruulee Raabsaa. Mariidhaan kan dhihaatu. Akkaataawwan dhiheenyaa fuula kanarra jiranitti fayyadamanii akkamitti barruulee raabsuun akka dandaʼamu hojiin argisiisni akka dhihaatu gochuudhaan jalqabi. Achiis, jalqabaa hamma dhumaatti hojiin argisiisawwan sun maal akka fakkaatan irratti mariʼadhaa.

Daq. 10: Faayidaa Akkamii Arganne? Mariidhaan kan dhihaatu. Babalʼistoonni mataduree, “Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo Sodaa Malee Dubbachuu” jedhu hojiirra oolchuudhaan akkamitti akka fayyadaman akka dubbatan afeeri. Dhaggeeffattoonni yeroo waaʼee Mootummichaa lallabanitti rakkinni akkamii akka isaan mudate muuxannoosaanii akka dubbatan afeeri. Rakkina kana moʼuu kan dandaʼan akkamitti?

Daq. 10: Gabaasa Duula Addaa Goone Ilaalchisee Dhihaatu. Haasaa ilaaltuun olaanaa tajaajilaa dhiheessu. Mootummicha beeksisuu itti fufuun keenya barbaachisaa taʼuusaa ilaalchisee, Tajaajila Mootummaa kanarraa yaadawwan ijoo taʼan ibsi. Gumichi qajeelfama kana hojiirra kan oolche akkamitti? Hojiiwwan gurguddaan yeroo duulaa kanatti raawwataman tokko tokko maalfaʼi?

Faarfannaa 45⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi