LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/14 ful. 3
  • Sagantaa Torban Fulbaana 22 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Fulbaana 22 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN FULBAANA 22 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 9/14 ful. 3

Sagantaa Torban Fulbaana 22 Jalqabu

TORBAN FULBAANA 22 JALQABU

Faarfannaa 9 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 29 key. 16-21 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lak. 30-32 (Daq. 10)

Lakk. 1: Lak. 32:16-30 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 16B Ibiddi Fakkeenya Dhabamsiifamuu Argisiisa (Daq. 5)

Lakk. 3: Dhiigaaf Ulfina Akka Kenninu Argisiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?—bh boq. 13 key. 10-19 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 45

Daq. 15: Jireenya Misiyoonummaa Badhaadhinaan Guutame. (Fak. 10:22) Kitaaba Waggaa 2014 (Ingiliffa) fuula 123, keeyyata 2 hanga fuula 127, keeyyata 4; akkasumas fuula 169 irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.

Daq. 15: “Tajaajila Keessan Irratti Weebsaayitii jw.org Fayyadamaa.” Mareedhaan kan dhihaatu. Akkaataa dhiheenyaa keeyyata 2 irra jirutti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni akka dhihaatu godhi. Achiis dhaggeeffattoota gaaffii armaan gadii gaafadhu: Meeshaalee elektirooniksii harkatti qabannee deemnurratti viidiyoo kana garagalfachuun faayidaa akkamii qaba? Akkaataa dhiheenyaa dheeraa taʼe utuu hin fayyadamin ykn heyyamasaanii utuu hin gaafatin viidiyoo kana isaanitti argisiisuun yeroo baayʼee gaarii kan taʼu maaliifi? Tajaajila irratti Viidiyoo kanatti fayyadamuudhaan muuxannoo argattan qabduu? Bifawwan garaagaraa jw.org qabuu wajjin akka wal baranii fi tajaajila irratti Weeb saayitii kanatti akka fayyadaman babalʼistoota jajjabeessuudhaan xumuri.

Faarfannaa 25 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi