LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/14 ful. 1
  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 13 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 13 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ONKOLOOLESSA 13 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 10/14 ful. 1

Sagantaa Torban Onkoloolessa 13 Jalqabu

TORBAN ONKOLOOLESSA 13 JALQABU

Faarfannaa 8⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 30 key. 17-23 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Kes. 4-6 (Daq. 10)

Lakk. 1: Kes. 4:29-43 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 18B Waaqeffannaadhaaf Fakkiiwwanitti Fayyadamuun Miidhaa Akkamii Qaba? (Daq. 5)

Lakk. 3: td 18C Waaqeffatamuu Kan Qabu Yihowaa Qofadha (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: ‘Dubbicha miira ariifannaatiin lallabi.’—2 Xim. 4:2, NW.

Faarfannaa 47

Daq. 5: Miira Ariifannaatiin Lallabuu Jechuun Maal Jechuudha? Haasaa 2 Ximotewos 4:2⁠rratti (NW) hundaaʼee miira hoʼaadhaan dhihaatu. Yaada Masaraa Eegumsaa Bitootessa 15, 2012, fuula 16-17, keeyyata 7-9⁠rra jirutti fayyadami.

Daq. 10: Lallabni Keenya Ariifachiisaa Kan Taʼe Maaliifi? Haasaa Masaraa Eegumsaa Bitootessa 15, 2012, fuula 15-16, keeyyata 3-6, akkasumas fuula 18, keeyyata 14-18⁠rratti hundaaʼee jaarsa gumiitiin dhihaatu. Qajeelfamoota mataduree Tajaajila Mootummaarratti walitti aansee baʼuufi “Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu” jedhu jalatti ibsaman hojiirra oolchuun keenya, miira ariifannaatiin lallabuuf hammam nu gargaaruu akka dandaʼu addeessi.

Daq. 15: “Ergaa Mootummichaa Babalʼisuuf Carraa Argattanitti Fayyadamaa!” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 3⁠rratti yommuu mariʼattan, muuxannoo karaa alidilee taʼeen ennaa dhugaa baʼan argatan akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri. Yaada ijoo jiʼichaa dubbadhuutii kuticha xumuri. Matadureewwan lamaan “Maree Macaafa Qulqulluurratti Hundaaʼe” (Inni lammaffaan afaan Oromootiin hin jiru) jedhaniifi Walgaʼii Tajaajilaa torban ittaanurratti fudhataman akka dubbisan dhaggeeffattoota jajjabeessi.

Faarfannaa 17⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi