Sagantaa Torban Sadaasa 24 Jalqabu
TORBAN SADAASA 24 JALQABU
Faarfannaa 43fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
jl barumsa 3-4 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Kes. 28-31 (Daq. 10)
Lakk. 1: Kes. 30:15–31:8 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: td 20C Amalawwan Waaqayyoo Beekuu (Daq. 5)
Lakk. 3: Kiristiyaanni tokko Ayyaanawwan Amantii Wajjin Walitti Dhufeenya Qabaniif Ilaalcha Akkamii Qaba?—bh boq. 16 key. 1-10 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: “Tajaajilarratti Weeb Saayitii Keenyatti Fayyadamaa—‘Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu.’” Mareedhaan kan dhihaatu. Kutaa Weeb saayitii keenyaa kana keessatti gaaffiiwwan deebii argatan tokko tokko caqasi. (jw.org baniitii mataduree BIBLE TEACHINGS > BIBLE QUESTIONS ANSWERED jedhu jalaa ilaali. Afaan Oromootiin hin argamu.) Mataduree kana keessatti yaadawwan caqasaman keessaa tokko hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi. Kutaa Weeb saayitii keenyaa kanatti tajaajilarratti karaa itti fayyadamuun dandaʼamu kan biraa akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri.
Daq. 10: “Deebiʼee Manatti Isa Argachuu Hin Dandeenye!” Mareedhaan kan dhihaatu. Deebinee yeroo deemnutti nama kanaan dura haasofsiisne manaa yoo dhabne, abdii kutachuu kan hin qabne maalif akka taʼe mariʼadhaa.—Mat. 28:19, 20; Mar. 4:14, 15; 1 Qor. 3:6.
Daq. 10: “Meeshaa Haaraa Qorannaa Gochuuf Gargaaru.” Haasaadhaan kan dhihaatu. Qajeelfama Barreeffama Qorannaa irratti argamuufi mataduree “Qorannaa Gochuu Kan Jalqabdu Akkamitti?” jedhu jala jiru ibsi. Qabiyyee meeshaa haaraa kanaa addeessi. Of haasii gabaabaan babalʼisaan tokko utuu Barreeffama Qorannaatti fayyadamuu argisiisu akka dhihaatu godhi.
Faarfannaa 11fi Kadhannaa