LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/14 ful. 8
  • Sagantaa Torban Amajjii 5 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Amajjii 5 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN AMAJJII 5, 2015 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 12/14 ful. 8

Sagantaa Torban Amajjii 5 Jalqabu

TORBAN AMAJJII 5, 2015 JALQABU

Faarfannaa 42⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

jl barumsa 15-16 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Iya. 16-20 (Daq. 8)

Lakk. 1: Iya. 17:11-18 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Waaqayyo Eenyudha?—igw ful. 2 key. 1-3 (Daq. 5)

Lakk. 3: Namni Tokko Cuuphamuusaa Dura Maaltu Isarraa Barbaadama?—bh boq. 18 key. 5-7 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

YAADA IJOO JIʼICHAA: Qabeenya gaarii adaraa nutti kenname keessaa “waan gaarii” baasuu.—Mat. 12:35a.

Faarfannaa 28

Daq. 30: “Faarfannaawwan Haaraa Waaqeffannaadhaaf Gargaaran!” Mareedhaan kan dhihaatu. Keeyyata 6⁠rratti yommuu mariʼattan faarfannaa piyaanoodhaan qophaaʼeefi “Mootummichi Inni Bulchuu Jalqabe Haa Dhufu!” jedhu obboloonni akka dhaggeeffatan godhi. Akkasumas Masaraa Eegumsaa, Muddee 15, 2010, fuula 20-24⁠rraa qabxiiwwan barbaachisoo taʼan caqasuudhaan faayidaa faarfannaan waaqeffannaa keenya keessatti qaburratti mariʼadhaa.

Faarfannaa 14⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi