LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/15 ful. 3
  • Sagantaa Torban Amajjii 26 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Amajjii 26 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN AMAJJII 26 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 1/15 ful. 3

Sagantaa Torban Amajjii 26 Jalqabu

TORBAN AMAJJII 26 JALQABU

Faarfannaa 43 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

jl Barumsa 21-22 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Abo. 5-7 (Daq. 8)

Lakk. 1: Abo. 7:12-25 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Sodaa Yoon Kufehoo Jedhu Moʼuu—bh boq. 18 key. 17-19 (Daq. 5)

Lakk. 3: Karaawwan Waaʼee Yihowaa Ittiin Barachuu Dandeenyu—igw ful. 5 key. 1-4 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

YAADA IJOO JIʼICHAA: ‘Karaa hundumaan of gad deebisuudhaan, gooftaadhaaf hojjedhaa.’—HoE. 20:19.

Faarfannaa 41

Daq. 10: Barreeffama Jiʼa Amajjii fi Guraandhalaatti Raabsamu. Mareedhaan kan dhihaatu. Obboloonni birooshura Misiraachoo jedhamu kennuudhaan muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan afeeri. Hojiin argisiisni gabaabaa birooshuricha kennuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe argisiisu akka dhihaatu godhi. Sana booda mata duree, “Dafnee Deemuu Kan Qabnu Maaliifi?” jedhu irratti mariʼadhaa.

Daq. 10: Jaarsolii Gooftaadhaaf Hojjetan—Obboleessa Qayyabannaa Masaraa Eegumsaa Geggeessu. Gaaffii armaan gadii irratti hundaaʼee gaafannoo obboleessa Qayyabannaa Masaraa Eegumsaa geggeessuuf godhamu: Itti gaafatamummaa kee kana raawwachuuf maalfaa gochuu qabda? Qayyabannaa Masaraa Eegumsaatiif akkamittiin qophoofta? Nama yaada kennuuf harka baasu hundaaf carraa kennuu kan hin dandeenye maaliifi? Obboloonni dubbisan, yaada kennanii fi maaykiroofoonii naannessan Qayyabannaan Masaraa Eegumsaa faayida qabeessaa fi gammachiisaa akka taʼu gochuu irratti gumaacha kan godhan akkamitti? Manni Barumsaa Tajaajila Mootummaa dhiheenyatti geggeeffame itti gaafatamummaa iddoo guddaa qabu kana akka gaariitti raawwachuuf kan si gargaare akkamitti?

Daq. 10: “Tajaajila Keessan Irratti Weeb Saayitii jw.org Fayyadamaa—‘Michuu Yihowaa Taʼi.’” Mareedhaan kan dhihaatu. Qabiyyee kutaa Weeb saayitii keenya kanaa tokko tokko dubbadhu achii akka fakkeenyaatti wanta tokko filadhuutii taphachiisi. Obboloonni manaa gara manaatti, iddoowwan kan biraatti ykn karaa alidilee taʼeen yeroo dhugaa baanutti kutaa Weeb saayitii keenyaa “Michuu Yihowaa Taʼi” jedhutti karaawwan kamiin fayyadamuu akka dandeenyu yaada akka kennan afeeri.

Faarfannaa 24 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi