Sagantaa Torban Guraandhala 9 jalqabu
TORBAN GURAANDHALA 9 JALQABU
Faarfannaa 13 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
jl barumsa 25-26 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Abo. 11-14 (Daq. 8)
Lakk. 1: Abo. 13:15-25 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Karaawwan Waaqayyo Itti Jaalalasaa Argisiise—bh boq. 19 key. 1-9 (Daq. 5)
Lakk. 3: Macaafni Qulqulluun Saayinsii Wajjin Walsimaa?—igw ful. 7 key. 1-3 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Yaada Ijoo jiʼichaa: “Warra Hojii Gaariitiif Hinaafan” Taʼaa! —Tiitoos 2:14.
Daq. 15: “‘Hojii Gaariidhaaf Hinaafuun’ Kan Barbaachise Maaliifi?” Mareedhaan kan dhihaatu. Yaada Masaraa Eegumsaa Waxabajjii 1, 2002 fuula 23, keeyyata 17-19 irra jiru itti dabali.
Daq. 15: Waaʼee Namootaa Dubbachuu. Mareedhaan kan dhihaatu. Kitaaba Jaalala Waaqayyoo boqonnaa 12, keeyyata 11 fi 12 irratti kan hundaaʼe.
Faarfannaa 33 Fi Kadhannaa