LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/15 ful. 3
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2015
Tajaajila Mootummaa—2015
km 2/15 ful. 3

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Gaaffileen kanaa gadi jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii torban Guraandhala 23, 2015, jalqabutti kan irratti mariʼatamani dha.

  1. Iyaasuu 18:7 irratti akka ibsametti, dhaalli Lewwootaa ‘luboota Waaqayyoo taʼuu’ taʼuun isaa, wanta jireenyaaf isaan barbaachisu akka dhaban kan godhu turee? [Ama. 5, w11 9/15 ful. 7-8 key. 3-4]

  2. Iyaasuun jechoota Iyaasuu 23:14 irratti argaman amanannaa guutuudhaan dubbachuu kan dandaʼe akkamitti? Nutoo abdii Yihowaan kenne irratti amanannaa guutuu qabaachuu kan dandeenyu maaliifi? [Ama. 12, w07 11/1 ful. 17 key. 19]

  3. Israaʼeloonni diinota isaanii biyyattii abdachiifamte keessa jiranii wajjin michoomuun isaanii dhiibbaa akkamii isaan irratti geessise? Nuufoo akeekkachiisa akkamii taʼa? (Abo. 3:5-7) [Ama. 19, w08 2/15 ful. 26-27 key. 3, 8]

  4. Deboraa, Baaraaqii fi Yaaʼel ija jabina argisiisuu isaaniitiin maaltu taʼe? Nutoo ija jabina argisiisuun kan nu barbaachisu haalawwan akkamii keessatti dha? (Abo. 4:1-9, 14-22; 5:20, 21, 31) [Ama. 19, w12 2/15 ful. 12 key. 9; ful. 14 key. 21]

  5. Maqaan Giidewon iddoo aarsaa ijaareef moggaase maal argisiisa? Nutoo kana irraa maal baranna? (Abo. 6:23, 24) [Ama. 26, w14 2/15 ful. 22-23 key. 9]

  6. Macaafa Abboota Firdii boqonnaa 9 irraa maal baranna? (Abo. 9:8-15, 22, 50-54) [Gur. 2, w08 2/15 ful. 9 key. 9]

  7. Yiftaan kan wareege nama aarsaa godhee dhiheessuuf turee? (Abo. 11: 30, 31) [Gur. 9, w05-AM 1/15 ful. 26 key. 1; w08 2/15 ful. 8 key. 4]

  8. Akka Abboota Firdii 11:35-37 irratti ibsametti intalli Yiftaa waadaa ishee akka eegdu wanti ishee dandeessise maali dha? [Gur. 9, w11 12/15 ful. 20-21 key. 15-16]

  9. Siimson gargaarsa hafuura qulqulluutiin maal raawwate? Kunoo barumsa maalii nuuf qaba? (Abo. 15:14) [Gur. 16, w11 12/15 ful. 21-22 key. 17, 18]

  10. Utuu wal irraa hin kutin kadhachuu ilaalchisee, seenaa saba Israaʼel warra gosti Beniyaamin siʼa lama isaan moʼan irraa maal baranna? (Abo. 20:14-25) [Gur. 23, w11 9/15 ful. 32 key. 1-4]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi