Sagantaa Torban Bitootessa 2 Jalqabu
TORBAN BITOOTESSA 2 JALQABU
Faarfannaa 20 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 1 key. 8-15 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Rut. 1-4 (Daq. 8)
Lakk. 1: Rut. 3:14–4:6 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Waaqeffannaa Keetti Gammadi—bh boq. 19 key. 15-19 (Daq. 5)
Lakk. 3: Amala Gad Of Deebisuufi Humna Kiristos Mootichaa—igw ful. 8 key. 5–ful. 9 key. 4 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Yaada Ijoo jiʼichaa: “Warra Hojii Gaariitiif Hinaafan” Taʼaa! —Tiitoos 2:14.
Daq. 10: Jiʼa Bitootessaatti Barruulee Raabsuu. Mareedhaan kan dhihaatu. Akkaataa dhiheenyaa lamaan fuula kana irratti argamanitti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni barruuleen akkamitti akka raabsaman argisiisu akka dhihaatu gochuudhaan jalqabi. Hundi isaanii barruulee kanaa wajjin sirriitti akka wal baran jajjabeessi.
Daq. 10: “Hojii Gaariidhaaf Walii Walii keessan Hinaaffaadhaan Kakaasaa.” Mareedhaan kan dhihaatu. Yaadi ijoo jiʼichaa Walgaʼii Tajaajilaa jiʼa Guraandhalaa keessatti akkamitti akka irratti xiyyeeffatame ibsi.
Daq. 10: Yeroo Qabdanitti Sirriitti Fayyadamaa. Tajaajila Mootummaa, Ebla 2009, fuula 4-7 irratti hundaaʼee haasaadhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa haaraa “Maqaan Kee Yihowaa Dha” jedhuu fi Kadhannaa
Hubachiisa: Gumichi faarfannaa haaraa kana faarfachuu isaa dura, al tokko muuziqaa faarfannichaa guutummaa isaa dhageessisaa.