LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/15 ful. 2
  • Sagantaa Torban Bitootessa 16 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 16 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 16 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 3/15 ful. 2

Sagantaa Torban Bitootessa 16 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 16 JALQABU

Faarfannaa 11 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 2 key. 1-8 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Sam. 5-9 (Daq. 8)

Lakk. 1: 1 Sam. 6:10-21 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Maqaan Waaqayyoo Macaafa Qulqulluu Hundarratti Kan Hin Argamne Maaliifi?—bh ful. 195 key. 4–196 key. 2 (Daq. 5)

Lakk. 3: Raajiiwwan Masiihii Wajjin Wal Qabataniifi Yesusirratti Raawwiisaanii Argatan—igw ful. 11 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: ‘Hojii Gaarii Hojjechuuf Qophaaʼaa.’—Tiitoos 3:1.

Faarfannaa 44

Daq. 10: Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Taayiwaan. Masaraa Eegumsaa Onkoloolessa 15, 2014, fuula 3-6 irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Babalʼistoonni mata duree kana keessatti caqasaman gara biyya alaa deemuuf kan qophaaʼan akkamitti? Eebbawwan akkamii argatan?

Daq. 20: “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Dandeettii Barruulee Raabsuu Guddifachuu.” Mareedhaan kan dhihaatu. Mata duricha irratti erga mariʼattanii booda, hojiin argisiisni babalʼisaan tokko nama maamila barruulee taʼe qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf afeerraa utuu isaaf dhiheessuu argisiisu akka dhihaatu godhi. Achiis babalʼisaa maamila barruulee qabu tokkoof gaafannoo godhi. Maamiltoota barruulee meeqa qaba? Tokkoon tokkoo isaanii gaafachuuf akkamitti qophaaʼa? Muuxannoo gaarii argate akka dubbatu afeeri.

Faarfannaa 10 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi