LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/15 ful. 2
  • Sagantaa Torban Ebla 20 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Ebla 20 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN EBLA 20 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 4/15 ful. 2

Sagantaa Torban Ebla 20 Jalqabu

TORBAN EBLA 20 JALQABU

Faarfannaa 21 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 3 key. 20-24, saanduqa ful. 39 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Sam. 23-25 (Daq. 8)

Lakk. 1: 1 Sam. 23:13-23 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Macaafni Qulqulluun Waaʼee Gara Fuulduraa Abdii Akkamii Kenna?—igw ful. 16 key. 1-3 (Daq. 5)

Lakk. 3: Kiristiyaanonni Dhugaa, Waaqeffannaa isaanii Keessatti Fannoodhaan Kan Hin Gargaaramne Maaliifi?—bh ful. 204-205 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

YAADA IJOO JIʼICHAA: ‘Yeroo isiniif kennametti hojjechuudhaan’ akka warra ogeessotaatti jiraadhaa.—Efe. 5:15, 16.

Faarfannaa 17

Daq. 15: “Minjaala Ykn Gaariitti Fayyadamanii Lallabuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?” Mareedhaan kan dhihaatu. Yaanni armaan gadii hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi: Babalʼistoonni lama gaarii ykn minjaala barreeffamni irra kaaʼame bira dhaabatanii jiru. Babalʼisaa inni tokko nama karaa adeemaa jiru tokkotti seeqa. Babalʼisaa inni kan biraan immoo, nama kan biraa karaa darbaa jirutti seequudhaan namichi yeroo itti dhihaatu gaaffii isa gaafata, achiis waliin mariʼachuu jalqabu. Yeroo minjaala ykn gaariitti fayyadamnee tajaajillutti qofa utuu hin taʼin yeroo kaanis akkaataa dhiheenyaa kana hojii irra oolchuu kan dandeenyu akkamitti?

Daq. 15: Yeroo Waggaa Waggaatti Itti Gammannu. Masaraa Eegumsaa Fulbaana 15, 2012, fuula 31-32, keeyyata 15-19 irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Walgaʼii naannoo fuuldura keenya jiru hawwii guddaadhaan akka eegan kakaasi. Sagantaa jw.org irratti baʼu ilaaluudhaan yaada ijoo walgaʼichaa akka ilaalan jajjabeessuudhaan hawwiidhaan akka walgaʼicha eeggatan godhi.

Faarfannaa 28 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi