LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/15 ful. 3
  • Sagantaa Torban Ebla 27 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Ebla 27 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN EBLA 27 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 4/15 ful. 3

Sagantaa Torban Ebla 27 Jalqabu

TORBAN EBLA 27 JALQABU

Faarfannaa 4 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 4 key. 1-10 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Sam. 26-31 (Daq. 8)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

Walgaʼii Tajaajilaa:

YAADA IJOO JIʼICHAA: ‘Yeroo isiniif kennametti hojjechuudhaan’ akka warra ogeessotaatti jiraadhaa.—Efe. 5:15, 16.

Faarfannaa 10

Daq. 7: “Afeerrii Kallattiidhaan Dhihaatu.” Gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 3 irratti yeroo mariʼattan hojiin argisiisni gabaabaan waraqaan afeerrii yommuu raabsamu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa.

Daq. 13: “Humni Dubbiin Waaqayyoo Qabu Tajaajila Keessan Irratti Akka Mulʼatu Godhaa.” Mareedhaan kan dhihaatu. Achiis hojiin argisiisni kutaa lama qabu akka dhihaatu godhi. Jalqaba, babalʼisaan tokko 2 Ximotewos 3:16, 17 Macaafa Qulqulluu irraa utuu hin taʼin, yaada isaatiin dubbachuudhaan birooshura Misiraachoo jedhamu nama sanaaf kenna. Itti aanees, babalʼisichi hojiin argisiisicha irra deebiʼee dhiheessa; yeroo kanatti garuu caqasicha kallattiidhaan Macaafa Qulqulluu irraa dubbisa. Hojiin argisiisni inni lammaffaan caalaatti buʼa qabeessa kan taʼe maaliif akka taʼe dhaggeeffattoota gaafadhu.

Faarfannaa 50 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi