LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/15 ful. 2
  • Sagantaa Torban Caamsaa 18 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Caamsaa 18 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 18 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 5/15 ful. 2

Sagantaa Torban Caamsaa 18 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 18 JALQABU

Faarfannaa 37 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 5 key. 1-8 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sam. 9-12 (Daq. 8)

Lakk. 1: 2 Sam. 10:13–11:4 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Jechi Hafuura Jedhu Maal Jechuudha?—bh ful. 210 key. 1-6 (Daq. 5)

Lakk. 3: Namoota Duʼan Ilaalchisee Abdii Akkamii Qabna?—igw ful. 19 key. 1-3 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

YAADA IJOO JIʼICHAA: Namoonni hundi dhugaa beekuu bira akka gaʼan gargaaraa.​—⁠1 Xim. 2:3, 4.

Faarfannaa 25

Daq. 10: Phaawulos Dhugaa Beekuu Bira Akka Gaʼan Giriikota Kan Gargaare Akkamitti? Mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin Ergamootaa 17:22-31 akka dubbifamu godhi. Seenaan kun tajaajila keenya irratti kan nu gargaaru akkamitti akka taʼe mariʼadhaa.

Daq. 20: Yihowaan Ija Jabina Akka Qabaattu Si Gargaara. Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yihowaan Ija Jabina Akka Qabaattu Si Gargaara jedhamu taphachiisi. (Amaariffaan ni argama. JW.ORG/AM irraa የመጽሐፍ ቅዱስ ትምህርቶች > ልጆች jalaa ilaali.) Barumsa viidiyoo kana irraa argatan akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri. Ijoollee isaanii wajjin baratanii fi barsiisota isaaniitiif lallabuuf ija jabina argachuuf viidiyoon kun akkamitti akka isaan gargaare akka dubbatan ijoollee gaafadhu. Ijoollee keessaa inni tokko muuxannoo mana barumsaatti utuu lallabuu argate hojiin argisiisaan akka dhiheessu godhi.

Faarfannaa 23 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi