Sagantaa Torban Caamsaa 25 Jalqabu
TORBAN CAAMSAA 25 JALQABU
Faarfannaa 37 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 5 key. 9-15 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Sam. 13-15 (Daq. 8)
Lakk. 1: 2 Sam. 13:34–14:7 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Macaafni Qulqulluun Hojii Ilaalchisee Maal Jedha?—igw ful. 20 key. 1-3 (Daq. 5)
Lakk. 3: Siiʼoliifi Hedees Jechuun Maal Jechuudha?—bh ful. 212-213 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
YAADA IJOO JIʼICHAA: Namoonni hundi dhugaa beekuu bira akka gaʼan gargaaraa.—1 Xim. 2:3, 4.
Daq. 10: Gaafannoo Ilaaltuu Ol Aanaa Garee Tajaajila Dirreetiif Godhamu. Itti gaafatamummaan ati qabdu maalfaa dabalata? Warra garee tajaajilaa kee keessa jiran daawwachuu fi tajaajila irratti isaan gargaaruuf carraaqqii kan gootu akkamitti? Babalʼistoonni teessoo ykn bilbila isaanii yoo jijjiiran sitti himuun isaanii barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Jaarsoliin gareewwan tajaajilaa, walgaʼii tajaajila dirree bakka tokkotti akka godhatan gochuu mannaa, bakka garaa garaatti akka godhatan kan qindeessan maaliifi?
Daq. 20: “Namoonni Qaroo Dhabeeyyii Taʼan Waaʼee Yihowaa Akka Beekan Gargaaraa.” Gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni tokko akka dhihaatu godhi.
Faarfannaa 44 Fi Kadhannaa