LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/15 ful. 1
  • Sagantaa Torban Waxabajjii 8 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Waxabajjii 8 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 8 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2015
km 6/15 ful. 1

Sagantaa Torban Waxabajjii 8 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 8 JALQABU

Faarfannaa 48 Fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cf boq. 6, key. 1-9 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sam. 19-21 (Daq. 8)

Lakk. 1: 2 Sam. 19:24-37 (Daq. 3 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Gammachuu Argachuu Kan Dandeessu Akkamitti?—igw ful. 22 key. 1-3 (Daq. 5)

Lakk. 3: Bara 1914—Waggaa Raajii Macaafa Qulqulluu Keessatti Iddoo Guddaa Qabu—bh 215-218 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Guyyoota durii yaadadhu.”—Kes. 32:7.

Faarfannaa 4

Daq. 10: “Guyyoota Durii Yaadadhu.” Haasaa yaada ijoo jiʼichaa irratti hundaaʼe. Keessa Deebii 4:9 fi 32:7 akkasumas Faarfannaa 71:15-18 dubbisaatii irratti mariʼadhaa. Lallabdoonni wangeelaa bara kana jiran, namootaa fi sochiiwwan seenaa tiʼookraasii keenya keessa turan yaadachuudhaan buʼaa maalii argachuu akka dandaʼan ibsi. Babalʼistoonni Waaqeffannaa Maatii isaanii irratti mata duree Masaraa Eegumsaa irratti walitti aansee baʼuu fi “Kuusaa Keenya Keessaa” jedhu irratti darbee darbee akka mariʼatan yaada kenniif. Kutaawwan Walgaʼii Tajaajilaa jiʼa kanatti fudhataman tokko tokkoo fi akkaataa isaan yaada ijoo jiʼichaa wajjin itti wal qabatan ibsi.

Daq. 20: “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Birooshura Misiraachoo Jedhamutti Fayyadamuudhaan Balbaluma Irratti Qayyabannaa Jalqabsiisuu.” Ilaaltuu ol aanaa tajaajilaatiin mareedhaan kan dhihaatu. Gabaasa tajaajilaa gumichaa irraa, gabaasawwan qayyabannaa Macaafa Qulqulluu dabalataa argachuun akka dandaʼamu argisiisan dubbadhu. Babalʼisaan muuxannoo qabu tokko, akkaataa dhiheenyaa saanduqicha keessatti kennametti fayyadamee, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu balbaluma irratti jalqabsiisuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe hojiin argisiisaan akka dhiheessu godhi. Hundi isaanii balbaluma irratti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu akka jalqabsiisan jajjabeessi.

Faarfannaa 29 Fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi