Sagantaa Torban Waxabajjii 22 Jalqabu
TORBAN WAXABAJJII 22 JALQABU
Faarfannaa 31 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 6, key. 19-25, saanduqa ful. 76 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Mot. 1-2 (Daq. 8)
Lakk. 1: 1 Mot. 1:15-27 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Sababii Kiristiyaanonni Dhugaan Itti Gammadan—igw ful. 23 key. 1-3 (Daq. 5)
Lakk. 3: ‘Baabilon Guddittii’ Adda Baasanii Beekuu—bh 219-220 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Yaada Ijoo Jiʼichaa: “Guyyoota durii yaadadhu.”—Kes. 32:7.
Daq. 15: Maal Raawwanneerraa? Barreessaa gumichaatiin mariidhaan kan dhihaatu. Wanta tibba ayyaana yaadannootti raawwatame caqasiitii, sochii godhameef gumicha galateeffadhu. Yeroo waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo raabsanitti muuxannoo argatan akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri.
Daq. 15: Harka Kee Kan Qabe Akkamitti? (Isa. 41:13) Rakkina tajaajila irratti isaan mudate akka moʼan Yihowaan kan isaan gargaare akkamitti akka taʼe obboloota amanamummaadhaan yeroo dheeraa tajaajilaniif gaafannoo godhi.
Faarfannaa 16 Fi Kadhannaa